Baankiin keenya gita hojii “Bank Trainee” tiin, kaadhimamtoota Harargee Bahaa fi Haragee Lixaa irratti dorgomanii Eeggattota tahanii turan qacaruuf waan murteesseef, kaadhimamtootni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffamee, bakka banaa Dameewwan Harargee Bahaa keessa qabnu irratti deemtanii hojjechuuf kan fedha qabdan guyyaa beeksifnni kun baheen eegaltanii hanga gaafa 20/4/2023tti waajjira muummeetti argamtanii gabaasa gochuun unka qacarrii akka guuttan kabajaan isin beeksifna.
1. Kuli Mulugeta File
2. Geetu Beenya Odaa
3. Beker Kamal Gamada
4. Bayene Tolasaa Tefari
5. Abdi Amanu Tahe
6. Melaku Abera Ejara
7. Tijani Beshir Ayana
8. Jamal Badhaso Jilo
9. Gadise Temesgen Ferfa
10.Gutu Bulcha Ragaasa
11.Mohamadamin Jeilan Kedir
12. Abdinaf Abelti Eba
13. Eliyas Mekonnin Etafa
14. Hailu Kebede Mamo
15. Sanyi Merga Desisa
16.Simany Faye Urge
17.Tola Mebrate Taye
18.Dawit Bekele Koricho
