Loading...

Siinqee Bank – Call For Recruitment

Kaadhimamtoonni Maqaan keessan armaan gaditti tareeffame Beeksisa gita “Graduate Trainee” irratti bahe irratti dorgomtanii qorumsa hunda waan dabartaniif baga gammaddan isiniin jechaatii, gaafa 27/02/2023 ganama keessaa sa’aatii 2:00 irratti waajjira olaanaa Baankii Siinqee Finfinnee naanoo Kaasanchis gamoo Odaa darbii 2ffaatti argamuun foormaaliitii qacarriif barbaachisu hunda akka guuttan isin beeksisna.

error: